top of page
BECOUTEDMN
BeCounted-Website-STANDUP-24.png

 DAYS TO COUNT! 

ADEEMSI ISAA MAALI?

Lakkoofsi uummataa bara 2020 sadarkaan raawwata.

 

Odeeffannoo baay’ee amma irraa eegalee hanga Eebla 1, 2020tti arguu eegaltu. 

  • Bitootessa 12- 20: iimeeliin akka isin raawwattaniif isin gaggeessa (mootiin muraasni xalayaa kana keessatti waraqaa argata).

  • Bitootessa 16- 24: Xalayaan yaadachiiftuu isiniif ergamti.

Maatiiwwan akka hin lakkaawamneef murteeffamaniif: 

  • Bitootessa 26- Eebla 03: Postikaardii yaadachiiftuun isiniif ergama

  • Eebla 08- 16: Xalayaa yaadachiiftuu fi gucni waraqaan isiniif ergama

  • Eebla 20- 27: Poostikaardii yaadachiiftuu kan dhumaa isiniif ergamti

​​

Poostikaardii yaadachiiftuu kan dhumaa ergamuu isaatti aansuun yoo maatiin kan deebii hin laanne ta’e, namni isin waliin gucicha guutu gara qe’ee keessaniitti ergama.  

 

Kuni fakkeenya guca lakkoofsa uummataati:  FAKKEENYA GUCA LAKKOOFSA UUMMATAA

Thanks for submitting!

BlackCensusTbl-Logo-01.jpg
Screen Shot 2019-09-04 at 11.48.37 AM.pn

© 2019 by The Anika Foundation. Proudly created Ndidi Marie Grafix

bottom of page