top of page
BeCounted-Website-STANDUP-24.png

 DAYS TO COUNT! 

Lakkoofsi uummataa jiraachuu  keenya mirkaneessa. Yoo lakkaa’amuu baattan mul’achuu hin dandeessan. Isin hin mul’anne jechuun immoo tajaajiloota muraasatu hawaasa naannoo sanaaf ramadama. Hirmaannaan keessan lakkoofsa uummataa keessatti murteessaadha.

 

Isin murteessitoota!

Ani akkamiinin lakkaa’amuu danda’a?

 

Karaaleen sadan armaan gadii karaalee isin itti ol dhaabattanii lakkaa’amuu dandeessanidha:

 

1.  Ani nan lakkaa’ama! Ammuma waadaa galaa!

 

2.  Ani akka namoonni kaan lakkaawamanis nan gargaara! Waa’ee lakkoofsa uummataa bara 2020 addunyaa akka gargaaraniif hawaasa keessa namoota akka keessanii barbaadaa jirra. Waa’ee sagantaa ambaasaaddaraa keenya gaafadhaa! 

 

3.  Dhaabbanni keenya, hawaasni amanamaanii fi gareen lakkaa’uu barbaanna! Garee keef woorkishooppii gaggeessuu barbaannaan miseensummaa guuti! 

BeCounted-PowerfYou-sd1.jpg
BECOUNTED-CENSUS-Calendar.jpg
bottom of page