top of page
-
Yeroo namni kamuu guca lakkoofsa uummataa guute, qaamni dhimma magaalaa karoorsu, gaggeessitoonni hawaasaa, namoonni filaman hunduu haawasichi maal akka fedhu ni hubatu.
-
Karoora barnootaa yeroo dheeraa kan akka manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa fi deeggaraawwan walqabatoo
-
Guca lakkoofsa uummataa guutuun fedhii ofii, fedhii maatii ofii kan akka eegumsa fayyaa, mana jireenyaa gatii madaalawaa, deeggarsa daa’immanii fi kanneen biro eegsifachuudha.
-
Jiraachuu eegumsa fayyaa madaalawwa kan daa’immanii fi maatii
-
Jiraachuu hojii fi fedhii human hojii
-
Mana jireenyaa fuulduraa fi fedhiiwwan hawaasaa kan biro

MAALIIF MURTEESSAA TA'E?

DAYS TO COUNT!

bottom of page